Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma.
Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa’aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta’uu Ministeerri Barnootaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti kennamuun kan yaadatamuudha.
Waliigalaan barattoonni kumni 600 fi kumni 8 fi 742 qormaaticha onlaayinii fi waraqaan fudhataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.