Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata- WMM
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)- Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Bakkichi ammaaf bakka caliisaadha, boru immoo bakka imalaa fi bakka carraan dhala namaa hundaa itti diriiru giddugala dhahannaa onnee ta’a jedheera.
Bakki Buufatichi lubbuu itti horatuus asitti ta’uu Waajjirichi ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.