Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessu eegale
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojiii caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Afyaa’ii Caffee Oromiyaa aadde Sa’aadaa Abdurrahmaaniifi Miseensoonni Caffee argamaniiru.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii karooraa bara baajata 2017 dhiyaachuun irratti mari’atama.
Akkasumas karoorri bara 2018 ni gamaaggamama.
Baajanni bara 2018 Birrii biilliyoona 400.7 ta’uun yaa’ichaaf dhiyaatu ni raggaan eegama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.