Browsing Category
					
		
		Balballoommii fi yaada
Saatalaayitiin Ityoophiyaan gara hawaatti ergite dammaqina gaarii uuma – aadde Yaalam Tsaggaay
				Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Saatalaayitiin Ityoophiyaan har'a gara hawaatti ergite dargaggootarratti dammaqina gaarii uuma jedhan ministirri Ministeera Dubartoota, Daa'immanii fi…			
				Maxxansi meeshaalee filannoo biyyoolessaa Duubaayitti eegalameera
				Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maxxansi meeshaalee filannoo biyyoolessaa Duubaayitti eegalameera.
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa meeshaalee filannoof tajaajilan biyyaan…			
				Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa, gaaffii Paartii Demokraasummaa Ityoophiyaarratti…
				Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa, gaaffii Paartii Demokraasummaa Ityoophiyaarratti ka'ee tureef murtee laate.
Gaaffiin paarticharratti ka'ee…			
				Naannoo Kibbaa godinaalee 5tti talaalliin pooliyoo duulan kennamuufi
				Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa godinaalee 5tti talaalliin pooliyoo duulan kennamuufi.
Biiroon Fayyaa naannichaa ibsa laaten akka beeksisetti, dhibeen pooliyoo fakkaatu…			
				Obbo Ammahaa Makoonnan ‘Mirga Namoomaa Fi Olaantummaa Seeratiin’ Badhaafaman
				Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Obbo Ammahaa Makoonnan ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaafaman.
Obbo Ammahaan badhaasa ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaasa…			
				Waliigalteen proojaktoota bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 74 olii mallatteeffame
				Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Waliigalteen proojaktoota bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 74 olii mallatteeffame.
Waliigalticha Biiroon Misooma Qabeenya Bishaanii fi Inarjii…			
				Namoonni bu’uuraalee misoomaa mancaasuun geejibsiisaa turan to’ataman
				Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Namoonni bu'uuraalee misoomaa mancaasuun geejibsiisaa turan to'ataman.
Namoonni to'annaa jala oolfaman kanneen shiboo elektiriikaa quqqurxuun…			
				Sirna kenniinsa tajaajila taaksii fi Baasii fooyyeessuuf waldaaleen mari’achaa jiru
				Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waldaaleen Taaksii 13 fi Hagar Baasii sadi haala sirna kenniinsa tajaajila maamiltootaa fooyyessuun danda’amu irratti marii taasisaa…			
				Gareen Aadaa Ityoophiyaa gara Eertiraa imaluuf jedha
				Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Gareen Aadaa Ityoophiyaa gara Eertiraa imaluuf jedha
Garichi Ministiri Deettaa Ministira Aadaa fi Tuuriziimii FDRI aadde Bizunesh Masaratiin kan durfamu…			
				 
			