Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti Aantuu Pireezidaantii Ugaandaa Meejar Awuppoo Jeesiyaa Rooz Iippel waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis…
Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne
Finfinnee, Guraandha 13, 2015 (FBC)- Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii kenneera.
Sirni beekkamtii…
Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti barattootaafi manneen barnootaa bara barnootaa 2014’tti qormaata kutaa 12ffaan bu’aa olaanaa galmeessisaniif beekamtiin kennamuu…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa ibse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Yaa’iin Idilee Mana Maree Raawwachiistotaa Gamtaa Afrikaa 42ffaan nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa…
Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirra oolchuu…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Afrikaanonni Sagantaa Asharaa Magariisaa Ityoophiyaa Ajandaa Afrikaa taasisuun hojiirraa oolchuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Ityoophiyaa fi Somaaliyaan Shororkeessummaarratti qabsaa’uuf waloon hojjechaa jiru-Ministira Dhimma…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan shororkeessummaarratti qabasaa’uuf waloon hojjechaa jiraachuu Ministirri Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshir Omaar Huruusii ibsan.…
MM Abiy Ahimad yaadama kaka’umsa Paan Afrikaaniizimiin irra deebiin labse bu’uuressuun barbaachisaa…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Yaadama kaka’umsa Paan Afrikaaniizimiin irra deebiin labse bu’uuressuun barbaachisaa ta’uu Muummeen Ministraa FDRI Abiy Ahimad ibsan
Fooramiin Paan…
Gamtaan Afrikaa Walta’iinsa Idil Addunyaa gama cimsuutiin gahee olaanaa bahachaa jira-Vilaadmiir…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa walta’iinsa damee hedduu diinagdee, Siyaasaa fi Namoomaa gama cimsuutiin gahee Idil Addunyaa olaanaa bahachaa jira jechuun…
Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu qaba-Giiftii…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Hanqina walqixxummaa Koorniyaa hir’isuuf dubartootarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabu Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon dubbatan.…
MM Abiy Ahimad Aanga’oota biyyoota garaagaraa waliin mari’tan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa gaggeefamaa jiru cinaatti aanga'oota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.…