Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 4.7 fayyadamtoota tajaajila nyaata barattootaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 4.7 fayyadamtoota tajaajila nyaata barattootaa ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Barattoonni…
Dhiyeessiin humna elektirikaa sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture %99 deebi’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Dhiyeessiin humna elektirikaa sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture %99 gara tajaajilaatti deebi’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.…
Koolleejjiin Yuuniivarsiitii Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii damee Odeeffannoon leenjisaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Koolleejjiin Yuuniivarsiitii Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ogeeyyii damee Odeeffannoon leenjisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Tajaajilli…
Murtoon uummataa naannoo Kibbaa guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.
Boordichi murtoon uummataa…
Murtoo uummataa godina Goofaatti gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu qindeessaan filannoo godinichaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Murtoo uummataa godina Goofaatti gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu qindeessaan filannoo godinichaa ibseera.
Galmeerraa eegalee hojiileen hedduun…
Magaalichatti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Ekkaatti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman.
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Hojiin meeshaaleefi konkolaattota ABUT dabarsee kenne imalchiisuu eegalamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Hojiin meeshaaleefi konkolaattota ABUT dabarsee kenne imalchiisuu eegalamuu ibsameera.
Bu’uura waliigaltee mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffameen…
Obbo Dammaqaan aanaa Maqdalaatti giddugala da’umsa Haadholii ijaarrame eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) - Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Godina Kibba Walloo aanaa Maqdalaatti giddugala da'umsa Haadholii…
Murtoon ummataa karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuramuu godinni walaayittaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) - Murtoon ummataa guyyaa boruu gaggeeffamu karaa nagaan akka xumuramu qophiin taasiifamuu godinni Walaayittaa beeksiseera.
Godinaaleen Naannoo Kibbaa 6…
Waltajjiin Ministirootaa walitti hidhamiinsa Humnaa Afrikaa Bahaa 16ffaan murtoowwan garaagaraa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) - Waltajjiin Ministirootaa walitti hidhamiinsa Humnaa Afrikaa Bahaa 16ffaan guyyoota 2f Ugaandaa Kaampaalaatti gaggeeffammaa ture murtoowwan garaagaraa…