Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamolee garagaraatin Aramaa Bocee hara Dambal weerare ittisuun gaggeeffameera.
Bulchiinsi Magaalaa Baatuu Hara Dambal…
Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa dhaabuutti dhufanii hundeeffameera.
Waldichi galtee…
Sadarkaa Biyyaalessaatti proojektiiwwan bishaan dhugaatii kumni 3 fi dhibbi 7 ol ijaaramaa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti proojektiiwwan bishaan dhugaatii kumni 3 fi dhibbi 7 ol gama Sagantaa Qindeessa Bishaan Dhugaatiin ijaaramaa jiraachuu …
Ministeerri Hojii fi Kalaqaa Eebila 9 irraa kaasee agarsiisaa fi baazaarii ni qopheessa
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Kalaqaa Eebila 9 hanga Eebila 15, 2014tti kan turu agarsiisaa fi baazaarii kan qopheessuu ta'uu beeksiseera.
Agarsiisaa fi baazaarii…
Ministeerri Qonnaa Xaa’oo Uumamaa bal’iinaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu ibse
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Naannolee Ityoophiyaa garaagaraatti hojiirra ooluu kan eegale Xaa’oo Uumamaatti bal’inaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu…
Ambaasaaddar Adam Mahaammad hogganaa Siiviil Aveeyishinii Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Turkitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Adam Mahaammad fi Turkitti Maanaajarri Eeriyaalaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Faakiyaa Abdurahimaan Eeggataa…
Lubbuu nama balleessuu fi lammiilee buqqisuun kaayyoo siyaasaa galmaan ga’achuun hin danda’amu…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Lubbuu nama balleessuu fi lammiilee buqqisuun kaayyoo siyaasaa galmaan ga’achuun hin danda’amu jedhan Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti Barsiisaan Seeraa fi…
Preezdaant Saahilawarq jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa'eel waliin mari'ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq jila…
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aniif sirna Ifxaaraa Masaraa…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Lammiilee Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniif sagantaan Ifxaaraa Masaraa Mootummaatti gaggeeffameera.
Sirna Ifxaaraa kanarratti…
Obbo Dammaqaan jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa'eel waliin…