Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni idil addunyaa haala mijataa mootummaan dhiyeessetti gargaaramuun hanga deeggarsaa naannoo…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Hawaasni idil addunyaa haala mijataa mootummaan dhiyeessetti gargaaramuun hanga deeggarsaa naannoo Tigraayiif taasisu guddisuu akka qabu Tajaajilli…
Magaalaa Finfinneetti konkolaachistoonni doqdoqqee namoota biroo akka hin feene dhorkame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti konkolaachistoonni doqdoqqee/ Motarsaayikilii namoota biroo akka hin feene dhorkamuu Biiroon Geejjibaa Magaalichaa beeksise.…
Yuunvarsiitiin Dambii Dolloo lammiilee Godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitin Dambii Dolloo fi barattoonni Yuunvarsitichaa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Kuntaala 400 taasisuu…
Namoonni haada elektirikaa Tajaajila baaburaa salphaa magaalaa Finfinnee hatan hidhaa cimaan…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Namoonni haada elektirikaa Tajaajila baaburaa salphaa magaalaa Finfinnee hatan hidhaa cimaan adabamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Namoonni…
Daandiin qileensichaa kaffaltii tajaajilaa fi kiraa man-kuusaa deeggarsa alaa galee Birrii…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Daandiin qileensa Ityoophiyaa kaffaltii tajaajilaa fi kiraa man-kuusaa deeggarsa alaa galee Birrii miiliyoona 25 haquu beeksise.
Daandiin qilleensichaa…
Konkolaattonni fe’umsaa deeggarsa namoomaa fe’an 47 gara naannoo Tigraayitti imalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii jalatti qindeessummaa Sagntaa Nyaata Addunyaan Konkolaattonni fe’umsaa deeggarsa namoomaa fe’an 47 gara naannoo Tigraayitti…
Sagantaan Nyaata Addunyaa deeggarsa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Sagantaan Nyaata Addunyaa deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse.
Daayrektoreet Jeneraaliin Dhimmoota Prootokoolii…
Boordichi garee gurmessuun iyyannoo paartilee siyaasaa qorachaa turuu ibse
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa garee gurmessuun iyyannoo paartilee siyaasaa qorachaa turuu beeksise.
Boordichi paartilee siyaasaa waliin dhimmoota…
MM Abiy Ahimad balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti qaqqabeen gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti muudateen miidhaa cimaa lubbuu namaa fi qabeenyarra ga’eef gaddi itti dhaga’amuu…
Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 600 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma dhibba 6 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu galeeffate oomishuuf karoorfamuu Inistiityuutiin…