Miidhaa kuusaa odeeffannoo dabarsa gaazii uumamaa Ameerikaarratti qaqqabsiifameen, sararri dabarsaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC) - Miidhaa kuusaa odeeffannoo dabarsa gaazii uumamaa Ameerikaarratti qaqqabsiifameen, sararri dabarsaa guyyoota lamaaf cufame.
Dhaabbanni…
Roobootiin ho’a qaamaa adda baasu hojjatame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC)- Qorattoota Chaayinaatin roobootiin ho’ina qaamaa adda baasu hojjetameera.
Roobootii haaraan kun bakka namoonni hedduminaan jiranii fi…
Kameeraa nageenyaa hanga fageenya kiilo meetira 5tti suuraa adda baasuu danda’u Finfinneetti…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Nageenya lammiilee eeguuf kameeraa nageenyaa hanga fageenya kiilo meetira 5tti suuraa adda baasuu danda’u dhaabuuf sochiin eegalame.
Ministeerri…
Feesbuukiin tamsa’ina odeeffannoo sobaa ittisuuf to’annoo cimaan akka taasifamuu waamicha dhiyeesse
Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Feesbuukiin tamsa’ina odeeffannoo sobaa ittisuuf to’annoo cimaan akkaa taasifamuu waamicha dhiyeessera.
Hundeessaa fi hojii gaggeessa olaanaan…
Ityoophiyaan miseensa Komishinii Misooma itti fufiinsa Saayinsii fi Teeknooloojii Kibbaa akka taatu…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan miseensa Komishinii misooma itti fufiinsa Saayinsii fi Teeknooloojii Kibbaa akka taatu waamichi godhameefi jira.
Paakistaan michummaa…
Qophiin agarsiisa waggaa bilbiloota ammayyaa’oo sababa sodaa vaayraasi koroonaan haqame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Qophiin agarsiisa waggaa bilbiloota ammayyaa’oo sababa sodaa vaayrasi koroonaan haqameera.
Speen Baarseelootti waggaa waggaan kan adeemsifamuu fi…
Dhaabbanni Saamsang bilbiloota haaraa S-20 fi Z Fliip jedhaman ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Dhaabbanni oomisha elektirooniksii Saamsang bilbiloota dhaloota 5ffaa haaraa tajaajila intarneetii qaban Gaalaaksii S-20 fi Z Fliip oomishuu…
Raashiyaan saatalaayitii qunnamtii Briitaaniyaa 34 gara hawaatti ergite
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Raashiyaan saatalaayitii qunnamtii Briitaaniyaa 34 gara hawaatti ergite.
Raashiyaan abbaan qabeenyummaa isaa ‘Waan Weeb’ kan jedhamu dhaabbata…
Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan.
Uggurtoonni odeeffannoo miidiyaalee hawaasummaa kanneen butanii itti…
Twutariin baatii sadii keessaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoonaa 1 walitti qabe
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC)- Twutariin bara Faranjoota 2019 kurmaanaa 4ffaatti Doolaara Ameerikaa biiliyoona 1 walitti qabu beeksise.
Kunis kurmaana jalqabaatti yeroo jalqabaaf…