Cheelsiin Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta’eera.
Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa jalqabaa ta’eera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.