Daandiin Qilleensichaa gara Yaaballootti balallii taasisuuf qophii xumure
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Yaaballootti balallii taasisuuf qophii xumure jedhe.
Buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo Hagayya 25, 2017 eebbifamuun taajajila kan eegalu ta’uus ibseera..
Haaluma kanaan Daandiin Qilleensichaa gara Yaaballootti torbanitti guyyaa sadii balallii taasisuuf qophii xumuruu Faanaa Diijitaaliif ibseera.
buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo hawaasni naannawichaa ummataa ollaa isaa waliin salphaatti akka walitti dhufuu fi hariiroo qaban caalmaatti cimsuuf kan deeggaru ta’uun ibsameera.
Yoonaas Geetinnatiin.
Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.