Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa hujjaajota Kaameeruunii imalaniif tajaajila balallii kennuuf kutannoo qabaachuu ibse

Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) –  Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hujjaajota Kaameeruunii imalan akkasumas gara Yaawuundeefi Duwaalaatti tajaajila balallii idilee kennuuf kutannoo qabaachuu ibseera.

Ministirri Bulchiinsaa Kaameeruuniifi Pireezidaantiin Koree Hajjii Pool Ataangaa Nijii jila isaanii waliin ta’uun tajaajila Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.

Hojii Raawwachiisaa Garee Daandii Qilleensaaa Itiyoophiyaa Masfin Xaasawufi hoggantoota biroo dhaabbatichaa waliin mari’achuus ragaan daandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.