Fana: At a Speed of Life!

Dambi Doolloon Shaampiyoonaa ta’e

Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2017 Shaampiyoonummaa Dambi Doolloon goolabame.
Tapha xumuraa har’a taphatameen Dambi Doolloon galchi 3 fi 1’n Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa injifachuun Shaampiyoonaa ta’e.
Piriimeer Liigii Oromiyaa Marsaa jalqabaan Sadarkaa 9ffaarra kan ture Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo Liigicha Olaantummaan Goolabuun Shaampiyoonaa ta’eera .
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.