Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 86 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhibichi homaarrattuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa dandamates hin jiru.
Waliigalaan hanga ammaatti namoota kuma 1 fi 616 qorannoon laabraatoorii taasifamee namoota 13 irratti dhibichi argameera.
Kanneen keessaa namoonni 8 lubbuun darbaniiru.
Namoonni 4 dhibicharraa yoo dandamatan, namni 1 yaalarratti argama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.