Diijitaal Itiyoophiyaa 2025’n nageenya Saayibariirratti hojiileen bu’uuraa hojjetaman – Tigist Hamiid
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2025’n nageenya Saayibariirratti hojiileen bu’uuraa tarsiimoo hojjetaman jedhan Daayrekterri Olaantuun Bulchiinsa Odeeffannoo Tigist Hamiid.
Kanaanis Kilaawudii mataa keenyaan bu’uuraalee misoomaa ijaaruun, tajaajila Diijitaal Itiyoophiyaan wal amantaa uumuun danda’ameera jedhan.
Dhaabbilee Nageenyaaf Laabraatoorii Foorensiikii Diijitaalaa ijaaruun gara hojiitti akka galan godhamuu dubbatan.
Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n nageenya saayibariif xiyyeeffannoon Tarsiimoo kennamuu kaasan.
Kanaanis bu’uuraalee misoomaa Diijitaalaa cimaa ijaaruu, kan ummataa ammayyeessuu, giddugala deebii kennaa balaaa hundeessuu fi nageenya Saayibarii dhaabbilee dhuunfaa hammate babal’isuuf ni hojjetama jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.