Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee waliin mari’atan.

Dameewwan invastimantii fedhiiwwan Itiyoophiyaa murteessoo ta’an guutuu dandeessisan irratti mar’ianneerra jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Tumsi keenya cimee akka itti fufu abdiin qabas jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.