Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Boru Paarlaamaaf ibsa ni kennu

Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boruu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti   argamuun ibsa ni kennu.

Walga’iin Idilee 10ffaan bara hojii 5ffaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa boruu gaggeeffama.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Mana Marichaatti argamuun gabaasa raawwii baatiiwwan jahan darbanii ni dhiyeessu.

Dabalataanis gaaffiiwwan miseensota mana marichaarraa ka’aniif deebiifi ibsa kan  kennan ta’uu ragaan Mana Marichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.