Dooktar Abiy Ahimad dura taa’aa haarawaa Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee Guraandhala 8, 2018(FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dura taa’aa haarawaa Gamtaa Afrikaa , pirezidaantii Buruundii Ivaaristee Nidaayshiimiyeen waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin pirezidaanticha argachuun gammaachuu isaanii ibsuufii eeraniiru.
Dhimmoota tumsa cimaa Afrikaa fi hariiroo naannawaa guddisuu dandeessisan adda addaa irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia