Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban.
Galma guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu milkeessuuf sa’aatiiwwan muraasatu nu hafa jechuun Waajjirri Ministira Muummee ibseera.
Galma kana milkeessuuf hundi haa hirmaannus jedhe.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.