Dooktar Abiy Ahimad hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaabaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, “Dhaabuudhaan Bayyanachuu: har’a ganama sagantaa dhaabbii biqiltuu keenya itti fufuudhaan hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaabneerra” jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.