Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20፣ 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, har’a ganama Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin dhimmoota gam-lameerratti mari’anneerra jedhan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.