Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan

Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru.
Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga’aan hoggantoonnii fi jiraattoonni naannoo Sidaamaa simannaa taasisaniifiru.
Dooktar Abiy sirna eebbaa paarkii induustiriyaal Agroo magaalaa Yirgaalaam irratti argamuuf jedhameera.
Paarkiichi guyyaa boruu ni eebbifaamaan eegama.
Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hooggantoonni federaalaa biroon magaalaa Hawaasaa galaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.