Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Jigijigaa galaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa, Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaa Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii obbo Adam Faaraah fi hoggantoota olaanoo biroo waliin ta’uun Magaalaa Jigjigaa galuu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.
Turtii isaaniin hojiilee misoomaa garaagaraa kan daawwatan ta’uunis ibbsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.