Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galan
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Buufaxa Xiyyaaraa Miizaan Amaan haaraa xumuraa jiru gahaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.