Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad misooma kooridarii Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo eebbisiisan- WMM

Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa waliin ta’uun misooma kooridarii haaraa Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo eebbisiisuu ifoomse.

Naannawichi daandiiwwan biskileetiifi imaltoota lafoo, ibsaawwan qarqara daandii fooyyeffaman, suuqiiwwan ammayyaa kan hammate ta’uus eereera.

Hojiin misooma kooriidarii kun iddoo daa’imman itti taphatan, dirree kubbaa miillaa bal’aafi ijaarsawwan tajaajila hawaasaa garaagaraaf oolan kan qabu ta’uus ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo:

www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.