Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad naannoo Harariitti Qa’ee Moodeela Aanaa Soofii daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon naannoo Harariitti Qa’ee Moodeela Baadiyyaa Aanaa Soofii ganda Burqaa daawwataniiru.

Hojiin misooma Koriidarii kun meeshaalee naannawaa fi hirmaannaa Ummataan kan hojjetame Qa’ee moodeela xiqqaa ta’uu ibsan Dooktar Abiy Ahimad.

Hirmaannaa ho’aa hawaasa naannawaan mala aadaan, karoora qindaa’aa fi hojmaata hojiirra ooleen bu’aa argameedha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.