Dooktar Abiy Ahimad Naayiroobii galan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Keeniyaa magaalaa Naayiroobii galaniiru.
Waajjirri Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Yaa’ii hoggantootaa COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii galuu beeksiseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.