Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21 , 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii duraa Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin dhimmoota gam-lamee fi ardiirratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.