Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti aantuu Gamtaa Awurooppaa Teereesaa Riibeeraa waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti aantuu Gamtaa Awurooppaa Teereesaa Riibeeraa waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaa cinaatti Pireezidaantii Itti aantuu Gamtaa Awurooppaa Teereesaa Riibeeraa waliin dhimmoota gam-hedduu garaagaraa irratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.