Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar Alaasaan Waataaraan waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy miidiyaa Hawaasummaa isaaniin, Pireezidaantii Kootidivaar Alaasan Waataaraan waliin dhimmoota Ardichaa fi fedhii waloo ta’anirratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.