Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan.
Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaachuuf Finfinnee galuun ni yaadatama.
Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan hariiroo Seenaa, Aadaa fi walitti hidhamiinsa Dippiloomaasii hedduu qabaachuu eeran Dooktar Abiy.
Hariiroo kanneen caalmaatti cimsuuf hojiilee eeggalle itti fufna jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.