Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxaraa gaggeessan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif sagantaa Afxaraa gaggeessan.
Afxaraan har’aa kun waliif yaaduu, jaalala, tokkummaa fi gatii hawaasummaa olkaasuuf kan gaggeeffameedha jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia