Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.