Dooktar Abiy Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy ayyaana Faasikaa sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa argataniifi Daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qooduu ragaan Waajjira Ministira Muummee ni mul’isa.
Oromia #Ethiopia