Dooktar Abiy Ergaa Pireezidaantii Angoolaarraa ergameef fudhatan
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergaa Pireezidaantii Angoolaa Juu’aawoo Maanu’eel Goonkaaleev Looreenchoo irra ergameef fudhachuu ibsan.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, ”har’a ganama ergaa Pireezidaanti Angoolaa Juu’aawoo Maanu’eel Goonkaaleev Looreenchoo ergamaa addaatiin ergaa fidan Ministira Dhimma Alaa Rippaabilika Angoolaa Teetee Antooniyoon simadheera’ Jedhan.