Dooktar Abiy Pireezidaantii Angoolaa waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa kan ammaa Ju’aawoo Loorenchoo waliin mari’atan.
Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti akka ibsanitti, yaa’ii Afrikaa- Kaariikom cinatti dhimmoota gamlamee fi naannawaa fedhii biyyoota lamaanii irratti xiyyeeffatan irratti mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa isaaniin humni guddina Itiyoophiyaaf qabnu cimee ittifufa jedhaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.