Dooktar Abiy Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus AleksaandarLukaasheenkoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Yaa’ii Atoomikii Idil-addunyaa cinatti Pirezidaantii Beelaaruus, Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi idil-addunyaa irratti mari’anneerra jedhan.
Keessaattuu makaanaayizeeshinii qonnaa dabalatee dhimmoota invastimantii garaagaraa irratti akkaataa waloon hojjechuun danda’amurratti mari’achuu ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.