Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Siingaapoor waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Riippaablika Siingaapoor Salbaraajaahii waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota tumsa misooma Geejjibaa biyyoota lamaanirratti marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.