Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Dhimma Alaa Paalaastaayin waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Dhimma Alaa Paalaastaayin Vaarsan Agaabeekiyaan Shaahiin waliin mari’ataniiru.

Ministiroonni lameen dhimmoota waloo nageenyaafi tasgabbii naannawaafi idil-addunyaa irratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.