Dooktar Teedroos Adhaanoomii fi Artiist Abeel Tasfaayee namoota dhiibbaa uumtoota bara 2020 keessatti hammataman
Akkasumas lammiin Ityoophiyaa ogeettiin fakkii Joolii Mihiratuus dhiibbaa uumtoota 100 keessaa ishee tokko ta’uu barruun Taayimsi ifoomseera.