Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw 3ffaa bahuun xumure
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw 3ffaa bahuun xumureera.
Eefreem dorgomichaan 3ffaa bahuun Birrii kuma 500 badhaafameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.