Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyaruusaaleem Asaffaa 4ffaa bahuun xumurte
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommiin xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot baatiiwwan lamaa oliif haala dinqisiisaa ta’een gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurameera.
Dorgommichaan Iyyaruusaaleem Asaffaa 4ffaa bahuun Birrii Kuma 300 badhaafamteetti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.