Fana: At a Speed of Life!

Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan.

Dooktar Abiy Ahimad mootummaafi Ummanni Itiyoophiyaa maatii Muhaammaduu Buhaariif, ummataa fi mootummaa Naayijeeriyaaf jajjabina hawwu jedhan.

Wayita gaddaa kana yaadni keenya hundi isin waliin jira jechuun ibsan miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Muhaammaduu Buhaariin bara Faranjootaa 1983 hanga 1985 hoggansa waraanaa ta’uun kan tajaajilan yoo ta’u, 2015 hanga 2023tti ammoo Pireezidaantii biyyattii ta’uun tajaajilaniiru.

#Oromia#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.