Fana: At a Speed of Life!

Du’aan boqochuu Raayilaa Odiingaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2018(FMC)- Du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.

Raayilaa Odiingaan dhibee onnee isaan muudateen Hinditti yaalamaa turuun umrii waggaa 80ffaa isaaniitti har’a ganama addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.