Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14.7 dhaabame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 700 dhaabame.
Lammiileen miiliyoonni 29fi kumni 700 dhaabbii biqiltuu kanarratti hirmaataniiru.
Biqiltuun kunis lafa heektaara kuma 200 fi kuma 94 irratti dhaabame.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.