Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin qaamaa gaggeeffame
Finfinnee Fulbaana 2, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Magaaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin ga’umsa qaamaa gaggeeffameera.
Sagantaa mata duree ‘Gamtaan dandeenyerra’ jedhuun gaggeeffamerratti hoggantoonnii fi jiraattoonni magaalichaa irratti hirmaachaa jiru.