Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuu fi deeggarsaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuu fi deeggarsaa gaggeeffamaa jira.
Hiriirri kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachise kun mata duree ‘Gamtaan Dandeenyerra’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni kunneen ‘Hidhi Haaromsaa ashaaraa Badhaadhina keenyaati, agarsiiftuu danda’uuti, mallattoo bayyanannaati, Adwaa 2ffaadha dhaadannoowwan jedhaman dhageessisaa jiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.