Fana: At a Speed of Life!

Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee. Qaammee 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 2, Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.

Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Itiyoophiyaan biyya kennaawwan hedduun guutamtedha jedhan.

Kennaawwan ishee kunneen kan gargar bahan utuu hin ta’iin adda addadha.

Daneessummaan aadaa, afaanii, seenaa, qaroomina, amantaa, saalaa fi ilaalchi heddummina kennaa qabnu kan agarsiisanidha.

Heddumminni Itiyoophiyaaf seenaa fi bifa isheeti jechuun ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.