Fana: At a Speed of Life!

Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifate

Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifateera.

Tapha biraan Kiristaal Paalaas Nootiingaam Foorest waliin tokko qixa baheera.

Taphni Maanchistar Yuunaaytid Fuulhaam waliin sa’aatii 12:30’tti taphatan ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.