Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera.
Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil injifateera.
Kana hordofee Faasiil carraa liigicha dursuuf qabu osoo itti hin fayyadamin hafeera.
Bunni Sidaamaa, Magaalaan Hawaasaa fi Nageellee Arsiin qabxii 35 wal qixa qabachuun galchiin wal caalanii walduraa duubaan sadarkaa 1ffaa – 3ffaa qabachuun tapha marsaa jalqabaa xumuraniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.